DamakeseDamakese

Dhiibba Dhigaa

Dhiibbaan dhiigaa onneen dhiiga humna olaanaatiin yeroo ujummoo dhiigaa keessatti dhiibbu kan uumamudha.. Namni Tokko meeshaa dhiibbaa dhiigaa lakkaa’uun ilaalamee 140/90 ol yeroo ta’u dhiibbaan dhiigaa isaa olaanaadha jedhama. Dhiibeewwan daddarboo hin taanee fi dhaabbata fayyaa adhunyaatiin dhiibeelee yaddeessa jedhamanii ramadaman keessa dhiibbaan dhiigaa isa tokko.

Odeeffannoon kun hubannoof qofa; gorsa doktoraa hin bakka bu'u.