ዳማከሴDamakese

Mataa dhukkubbii /Mataa bowwoo

Dhukkubbiin mataa/bowwoon sababa namni mana yaalaa deemuuf keessaa isa ijoodha. Namoota 10 adunyaa kana irra jiran keessaa namni 9 jireenya isaa keessatti yoo xiqqaate al-tokko dhibee mataa dhukkubbi ni qabaata.

ይህ መረጃ ለግንዛቤ ብቻ ነው፤ የሐኪም ምክርን አይተካም።