ዳማከሴDamakese

Dhukkuboota qunnamtii saalaan daddarban

Akka addunyaattis tahee Akka Biyya keennatti dhukkuboota baay'ee beekkamanii fi irra caalaatti namoota umurii dargaggummaa keessa jiran kan qabuudha. Addunyaa keessatti guyyaa tokkoon namoonni tilmaamaan miliyoona tokko ol ta'an dhukkuba kanaan ni qabamu.

ይህ መረጃ ለግንዛቤ ብቻ ነው፤ የሐኪም ምክርን አይተካም።