DamakeseDamakese

Dhukkuba garaachaa

Dhukkuba garaachaa kan jedhamu keessoo garaachaa haguugee kan argamu ‘gastric mucosa ‘n yommuu quunca’u ykn madaa’uu dha.

Uumamaan garaachi namaa asiidii ‘Hydrochloric acid,HCL’ maddisiisa. Asiidiin kun bulla’ina pirootinii fi baakteeriyaa nyaata waliin garaa seene ajjeesuuf faayida qabu. Garaacha sababa adda addaatiin mada’een yoo wal argate asiidiin kun dhukkubicha gara sadarkaa ol aanuutti ol guddisa.

Odeeffannoon kun hubannoof qofa; gorsa doktoraa hin bakka bu'u.