ዳማከሴDamakese

Dadhabuu kalee

Namni fayyaa qabeessi tokko, kalee lama kara bitaa fi mirgaa irraa kan qabu yoo ta’u, yeroo tokko tokko uumamaan namni kalee takka qofa qabatee dhalatu illee darbee darbee ni jira. Yeroo tokko tokko ammoo kaleen kara tokkoon dhukkuboota gargaraan yoo hubamee hojii ala ta’u, mana yaalaatti kaleen tokko ba’uudhaan namni kalee tokkoon jiraatu ni jira.

ይህ መረጃ ለግንዛቤ ብቻ ነው፤ የሐኪም ምክርን አይተካም።